Fana: At a Speed of Life!

Ministrrichi lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa,Daa’immanii fi Dargaggootaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’anii uffataalee fi midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 16 .7tti tilmaamamu deeggarsa taasiseera.

Deeggarsichi lammiilee naannoo Afaarii weerara gareen Shororkeessaa ABUT raawwateen qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif kan oolu ta’uu Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Dubartootaa,Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Muunaa Ahimad ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.