Ministirri walta’iinsa misoomaa Deenmaarki pirojektiiwwan Wabii Nyaatarratti hojjetaman daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC)- Ministirri Walta’iinsa Misooma Deenmaarki Jaan Jargansi Finfinneetti pirojektiiwwan Wabii Nyaatattiin hojjetaman daawwachaa jiru.
Daawwannicharratti Itti aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa Magaala Finfinnee Obbo Jaanxitraaraa Abbayiin dabalatee Dhaabbata Baankii Addunyaatti Daayrektara Ityoophiyaa, qondaaltota olaanoo federaalaa, Baankii Addunyaa fi magaalattii argamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.