Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee Ingiliz Riishi Suunaak Isiraa’eel galan

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Wayita Waraanni Isiraa’eelii fi Hamaas itti fufee jirutti Ministirri Muummee Ingiliz Riishi Suunaak Isiraa’eel galaniiru.

Riishi Suunaak Isiraa’eel cinaa ta’uu isaanii agarsiisuuf gara biyyattii imaluu isaanii gabaafameera.

Ministira Muummee Isiraa’eel Beenjaaamiin Naateniyaahuu Benjaamin Natenyaahuu fi Pireezidaantii biyyattii Ayizaak Heerzoogiin waliin ni mari’atuun kan eegamu ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummee Isiraa’eeliirraa argame ni mul’isa.

Turtii isaaniin waraana Isiraa’eelii fi Hamaasiin miidhaa qaqqabaa jiruu fi gaaga’ama namoomaa ilaalchisee ni mari’atuun eegama jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.