Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Ministeera Dhimma Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Jibuutii Gola Ambaa Saayinsii daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 18,2015(FBC)-  Walga’ii Waloo Ministirootaa Ityoo-Jibuutii 16ffaarratti hirmaachaa kan jiran Ministirri Ministeera Dhimma Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Jibuutii Mahaammad Alii Yusuuf Gola Ambaa Saayinsii daawwataniiru.

Hariiroo cimaafi seena qabeessi Ityoophiyaafi Jibuutii damee teekinooloojiifi nageenya saayibariis cimee kan itti fufu ta’uu Mahaammad Alii Yusuuf ibsaniiru.

Ministirichi oomishaaleefi tajaajiloota Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo fi dhaabbilee biroo gola ambichaatti daawwannaaf dhiyaatan daawwachuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.