Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Imbaasii Ityoophiyaa Ankaaritti ijaarame eebbisan

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Tuurki Ankaaraatti ijaarame guyyaa har’aa ebbifameera.
Sirna eebbaa kanarratti Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonninii fi Ministirri Dhimma Alaa Tuurki Meevuuluut Kaavuusoogiluu argamaniiru.
Imbaasichi dhagaan bu’uura isaa preezdaantii duraanii Mulaatuu Tashoomaan kaa’amee waggoota arfan darbaniif ijaarsa irra ture.
Ministirri Dhimma Alaa Tuurki Meevuuluut Kaavuusoogiluu imbaasii haaraa ijaaramuun hariiroo Ityoophiyaa fi Tuurki caalumaatti akka cimu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.