Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayk Poompiyoon Ityoophiyaa daawwachuufi

Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayk Poompiyoon Ityoophiyaa daawwachuufi.

Maayk Poompiyoon Gurraandhala 9-11, 2012tti Ityoophiyaatti daawwannaa hojii kan taasisan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa beeksiseera.

Turtii isaanitiin preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee fi muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waliin ni mari’atu jedhameet eegama.

Haala hojii riifoormii siyaasaa fi diingadee biyyattii deeggaruun danda’amu irratti mariin kan taasifamu ta’uu ministeerichi ibseera.

Ministirichi dabalataan Seenegaalii fi Angoolaa kan daawwatan ta’uun himameera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.