Ministirri Alaa Chaayinaa daawwannaa hojiif Eertitiyaa galan
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Zhiin galgala kana daawwannaa hojiif Eertitiyaa galaniiru.
Ministitichi waayita Asmaraa ga’an Ministira Dhimma Alaa Eertiriyaa Oosmaan Saaleehi dabalatee hoggantoota olaanoo biyyattiin simatamaniiru.
Turtii isaan Preezdaantii Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqii waliin kan mari’atan ta’uu Ministeerri Kominikeeshinii biyyattii Yemaane Gabremasqal ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.