Fana: At a Speed of Life!

Ministiroota haaraa muudamaniif leenjiin laatamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Ministirootaa fi hoggantootaa olaanoo mootummaa haaraan muudamaniif leenjiin Akkaadaamii Hoggansa Afrikaatti laatamaa jiraachuu ibsameera.
Hoggansi harka qulqulluu fi haqummaan biyya tajaajiluu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haasawa baniinsaa leenjirratti taasiisaniin hubachiisaniiru.
Badhaadhinni Ityoophiyaa kan mirkanaa’u qabeenya qabnu sirnaan misoomsuu, cimaanaan hojjechuu,harka qulqulluu fi haqummaan ta’uu kaasaniiru.
Hoggantoonni kunneen murannoo fi gareen beekkumsa leenjircharraa argatan gara hojiitti hiikuu akka qaban dubbachuu isaanii DhPI gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.