Ministiroonnii fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Xaaliyaanii Paarkii Indaastirii Kombolchaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Xaaliyaanii fi Ministiroonni Paarkii Indaastirii Kombolchaa daawwataniiru.
Daawwannicharratti Ministira Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebalii fi Ministira Ministeera Hojii fi Kalaqaa Aadde Mufariyaat Kamiil dabalatee Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Xaaliyaanii Agoostiinoo Paaleeseen argamaniiru.
Maddi:-TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.