Fana: At a Speed of Life!

Ministiroonni Preezdaantii fi Ittaanaa Preezdaantii Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasii fi Ministirri Ministeera Hojii fi Kalqaa aadde Muufariyaat Kaamiil Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Preezdaantii fi Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin ammo Ittaanaa Preezdaantii ta’uun filatamuu isaaniin ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Ministiroonni kunneen  filatamtootaaf hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Miseensonnii fi hoggantoonni Paartichaa isaan cina dhaabbachuun abdii Ityoophiyaa daran kan itti misoomsan, rakkoolee mudatan waliin ta’uun kan dhabamsiisan fi boqonnaa qabsoo fi  injifannoo caalmaaf itti ka’an ta’uu amantaa qaban ibsaniiru.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.