Ministiroonni Guyyaa taajaajiltummaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaatti tajaajila kennan
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Ministiroonnii manneen hojii ministeeraa guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti tajaajilaa kennaniiru.
Tajaajila isaaniin imaltoota lammiilee biyyoota alaarraa dhufanii fi tuuristootaaf odeeffannoo bakkeewwan tuuriizimii kennuu fi ilillii arjoomuufiin, turtiin isaanii gaarii akka ta’uuf simannaa taasisuu DhPI gabaaseera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.