Ministiroonni Dhimma Alaa Afrikaa fi Ambaasaaddaroonni Yaadannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirootaa Dhimma Alaa Afrikaa fi Ambaasaaddaroonni biyyoota garagaraa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru
Sagantaa daawwanichaarraatti Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsqasillaasee Dabalatee, Minitirootaa Dhimma Alaa biyyootaa garaagaraa, abbootii amantaalee fi keessummoonni biroon argamaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.