Ministeerri Nageenyaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa fi hojjettoonni isaa naannoo Afaaritti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiseera.
Deeggarsicha Minisirri Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Andu’aalem Preezdaantii naannoo Afaar obbo Awwal Arbaatti laataniiru.
Maddi:- TOI
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.