Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Nageenyaa hoggantota Baankii Addunyaa Finfinneetti argaman waliin mari’ate

Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)-Ministeerri Nageenyaa hoggantota Baankii Addunyaa magaalaa Finfinneetti argaman waliin mari’ateera.

Marichaan qophiiwwan waliin qaban cimsuu fi tumsaa damee dabalataa haareessufi jedhameera.

Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil, yeroo ammaa motummaan Ityoophiyaa fooyya’iinsa qophiwwan garaagaraa taasisuuf baankiichi deeggarsa taasisuu galateeffataniiru.

Daayreektarri baankichaa Osmaan Diyoon, motummaa waliin caalmaatti hojjachuuf waadaa galuu ragan Ministeericharra argame ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.