Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Fayyaa meeshaalee laabraatoorii deeggarsaan argate

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa FDRI meeshaalee laabraatoorii Birrii miiliyoona 1.3 olii deeggarsaan argate.
 
Dhaabbanni Fichisiisaa fi Alergii Reey har’a meeshaalee laabraatooriif oolan ministeerichaaf laatera.
 
Meeshaaleen kanneen qorannaa laabraatoorii vaayrasii koroonaaf kan tajaajilanidha.
 
Ministeericha bakka bu’uudhan obbo Yaa’iqoob Sammaan, dhaabbaticha bakka bu’uun ammoo itti aantuu hoji gaggeessaa kan ta’an Yoordaanoos Biraanuun walharkaa fuudhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.