Ministeerri Aadaa fi Turiizimii raayyaa ittisa biyyaaf gala qopheesse
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)-Haggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera aadaa fi turiizimii fi dhaabbilee itti wamaamoo raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaniiru.
Sirna qopheessa galichaarratti kan argaman Ministirri Ministeera Aadaa fi Turiizimii Dooktar Hiruut Kaasahuun, yeroo itti aanuu hanga adda waraanaatti imaluun raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisuu akka itti fufaan himaniiru.
Akkasumas raayyaa ittisa cinaa dhaabbachuu calmaan gaheesaanii akka bahaan himu ragaan Ministeericharra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.