Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii naannoo Beenishaangul Gumuziif  tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne.

Deeggarsicha Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahaammad Pireezidaantii naannichaa obbo Ashaadilii Hasanitti dabarsanii laataniiru.

Deeggarsichi hojiilee misooma jallisii naannichaa saffisiisuu keessatti gahee olaanaa ni qabaata jedhameera.

Saamu’eel Warqaayyootu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.