Ministeerichi dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi itii gaafatamummaa faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu ibse
Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi gaafatamummaa faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu beeksiseera.
Guyyaa har’aa waltajjiin marii bulchiinsa faayinaansii federaalaa fi naannolee gaggeeffamuu ibsameera.
Ministeera Maallaqaatti daayreektarri bulchiinsa baasii mootummaa obbo Daawiit Shimallis haasaa taasisaniin, dhaabbilee qajeelfama iftoominaa fi gaafatamummaa faayinaansii hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfii akka fudhatu himuusaanii ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.
Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.