Fana: At a Speed of Life!

Miidiyaaleen Lixaa olola sobaa tamsaasuun beekkaman Sudaan keessatti walitti qabamuu dhaga’ame

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Miidiyaa Lixaa olola sobaa Ityoophiyaarratti tamsaasuun beekkaman Sudaan Kaartumiin deeggaraman Sudaan magaalaa Waad Muuzaamiil keessatti walitti qabamuu ibsameera.

Xinxaalaa Hariiroo fi Dippiloomaasii Idil addunyaa kan ta’an lammiin Keeniyaa Kooliins Waandeeriin fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka barreessanitti olola sobaa garee shororkeessaa ABUT tiin oomishamu tamsaasuf qophaa’uu isaanii himaniiru.

Sa’aatii 24 keessatti olola sobaa xinsammuu waraanaaf ooluu danda’u tamsaasuu akka danda’u jedhaniiru.

Waad Muuzaamiil Sudaanitti magaalaa Guddittii Gadariif yoo taatu, Kaartumirraa kallattii Bahaan Km 450 irratti argamti.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.