Fana: At a Speed of Life!

Miidhaa jijjiirrama  qabeenyi qilleensaa Biyyoota Guddinarra jiran irra ga’u hir’suuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 750 taasifame

Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Miidhaa  jijjiirama  qabeenyi qilleensaa Biyyoota guddinarra jiran irra ga’u hir’suuf deeggarsi Doolaara miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 50 taasifamuu ibsame.

Deeggarsicha kan taasisan mootummootaa fi dhaabbilee dhuunfaa idil addunyaa ta’uu ibsameera.

Deeggarsi taasifame dhiibbaa jijjiirama qabeenyi  biyyoota guddinarra jiran irraan ga’u dandamachiisuuf ta’uu ibsameera.

Ameerikaa fi Kaanaadaan yeroo jalqabaaf biyyoota deeggarsicha taasisan ta’uu gabaafameera.

Gamtaan Awurooppaa, Ameerikaa fi Jarman biyyoota maallaqa baay’ee deeggarsa taasiisan ta’uu ibsameera.

Deeggarsa kanarraa biyyoonni 100 ol fayyadamoo ta’uu jedhame.

Maddi:- CGTN

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.