Fana: At a Speed of Life!

Miidhaa Haasawa jibbiinsaa ittisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Miidhaa Olola Sobaa fi Haasawa jibbiinsaan ittisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.
Waltajjiin ‘Belt and Road’ Hayyootaa fi miidiyaalee Chaayinaa Shiiyaanitti gaggeeffamaa jira.
Yaadni sammuu namtolcheen babal’achuu, akkasumas teeknooloojiin saffisaan guddachuun olola sobaa fi haasawaan jibbiinsaa akka babal’atu karra banuu waltajjichaan ka’eera.
Kunis walitti bu’iinsa garaagaraaf sababa ta’uurra darbee maqaa biyyaa balleessuun dhiibbaa olaanaa qaqqabsiisaa jiraachuu ibsameera.
Gochaawwan kanneen ittisuuf qindoominaan hojjechuun murteessaa ta’uu himameera.
Afawarqi Iyyaayyuutu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.