Fana: At a Speed of Life!

Miidhaa dhibeewwan qorichaan walbaran hordofsiisan hir’isuuf walta’iinsa idil addunyaa akka gaafatu ibame

Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Miidhaa dhibeewwan qorichaan walbaran hordofsiisan hir’isuuf walta’iinsa Idil Addunyaa akka gaafatu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministirri Misteerichaa Dooktar Maqidas Dhaabaan yaa’ii waliigalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti akka ibsanitti, Itiyoophiyaan dhibeewwan qorichaan walbaran miidhaa hordofsiisan hir’isuuf xiyyeeffannaan kan hojjettudha.

Dhibeewwan kunneen sodaa Addunyaa ta’uurraan walta’iinsa Idil Addunyaa akka barbaachisu himuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.