Fana: At a Speed of Life!

Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 Maqalee gala jira jedhame

Finfinnee, Muddee 1, 2013(FBC)- Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 magaalaa Maqalee gala jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyooleessaa beeksiseera.
Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Biyyooleessaatti qindeessaan midhaan nyaataa hatattamaa Paatiroolii obbo Balaay Amdeen akka ibsanitti, gargarsichi Maqaleetti qaamolee dhimmi ilaallatuutti akka laatamu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.