Fana: At a Speed of Life!

Michoomni gaariin waaraa kan ta’u walqixxummaan walkabajarratti hundaa’e yoo jiraatedha- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa

Finfinnee, Eebila, 2014 (FBC) – Michoomni gaariin waaraa kan ta’u walqixxummaan walkabajarratti hundaa’e yoo jiraate ta’uu Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa ibsan.

Waltajjiin marii qaroomina Afrikaa fi Chaayinaarratti xiyyeeffate Chaayinaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Waltajjii marichaarratti kan hirmaatan Ambaasaaddar Tashoomaan michoomni gaariin waaraa kan ta’u walqixxummaan walkabajuurratti hundaa’e yoo jiraate ta’uu ibsaniiru.

Bu’uurri waltajjii tumsa Afrikaa – Chaayinaa walqixummaa walkabajuurratti hundaa’e ta’uu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.