Fana: At a Speed of Life!

Mejar Jeneraal Alamsheet Daggifee gara Raayyaa Ittisa Biyyatti akka deebi’aan waamichi dhiyaateef.

 Finfinnee, Onkololeessa 26, 2013 (FBC)-Mejar Jeneraal Alamsheet Daggifee gara Raayyaa Ittisa Biyyatti akka deebi’aan waamichi dhiyaateef.

 

Mejar Jeneraal Alamsheet Daggifee gara Raayyaa Ittisa Biyyatti akka deebi’aan Muumee Ministiraa irraa waamichi dhiyaaterafi.

Guyyaa kaleessaa, hoggantoota raayyaa ittisa biyyaa keessaa hir’ifamanii turaan akka deebi’aan waajjirri Muummee Ministira ajaja akka dabarse ni yaaddatama.

Ajajoonni gara raayyaa ittisa biyyatti akka deebi’aan ajajni darbes;

L/Jeneraal Baacaa Dabalee, L/Jeneraal Yohaannis G/Masqal fi L/Jeneraal Ababaaw Taaddaseefayi ta’uu ni yaaddatama.

 Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.