Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atamuu Biiroon Qorannoo Yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa beeksiise.
Meeshaaleen waraanaa seeraan ala magaalaa Bahaar Daar ganda 04 ka’uun gara magaalaa Finfinnee imalaa ture to’atamuu himameera.
Shugguxiiwwan Turkii 88 fi rasaasni garaagaraa kumni 5 ol magaalaa Finfinnee keellaa daandii galumsa Goojjam (Dildila Adurree) jedhamutti to’annoo jala ooluu ragaan Komishinichaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.