Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’ataman

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomiishinichi hordoffii Bitootessa 21-25, 2016’tti taasiseen meeshaalee galii Birrii miiliyoona 251.2 fi meeshaalee alergi Birrii miiliyoona 53.5, waliigalaan meeshaalee Birrii miiliyoona 304.7’tti tilmaamaman to’achuu ibseera.
Meeshaaleen to’atamanis, uffaanaalee, meeshaalee elektirooniksii, Buna, qorichaalee, meeshaalee faayaa, Jimaa, baala sammuu hadoochu, meeshaalee jijjiira konkolataa, Zaayitaa nyaataa, beeyladootaa fi maallaqa biyyoota garaagaraa ta’uu ragaan Koomiishinichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.