Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Sadaasa 30 hanga Muddee 6, 2015tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 141tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.

Meeshaaleen karaa seeraan alaa gara biyya keessaa galuuf turan Birrii miiliyoona 81.5 baasuu fi gara alaatti ba’uuf ture Birrii miiliyoona 60.7 baasuu dameewwaan Gumrukaa garaagaraatti to’atamuu himeera.

Dhimmichaan walqabatee shakkamtoonni 10 fi konkolaattoonni 11 to’annoo jala ooluu komishinichi ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.