Fana: At a Speed of Life!

Meedirook mandaara ammayya’aa Birri biiliyoona 50’n ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

Finfinnee, Qaammee 5, 2014 (FBC) – Meedirook Invastimanti Giruuppiin Birrii biiliyoona 50’n lafa karee meetiraa kuma 250’rratti mandara ammayyaa’aa haaraa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dhagaa bu’uuraa kana ka’aniiru.

Meedirook Invastimant Giruupp pirojekticha yeroo gabaabaa keessatti xumuruuf humna guutuun kan hojjetu ta’uu mirkaneesseera.

Mandarri ammayya’aan haaraan kun miidhaagina Magaalaaa Finfinnee kan dabalu ta’uun kan eerame yoo ta’u waggoota 5-7 keessatti kan xumuramu ta’uu himameera.

Addisuu Muluneetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.