Fana: At a Speed of Life!

Mattuutti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe

Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Mattuutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuu namoota lamaa darbe.

Balichaan miidhaan qaamaa salphaan nama tokko irra qaqqabuun ibsameera.

Ka’umsi balaa kanaas konkolaataa fe’umsaa midhaan nyaataa fe’ee jiru dhaabduu (‘Taakkoo’) kaa’uu dagachuurraan akka ta’e Itti Gaafatamaan Waajjira Geejjibaa Magaalichaa Obbo Taammiraat Dagaagaa ibsuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.