Mata duree “Ityoophiyaan haa dubbistu, haa dubbifnu, haa dagaagnu” jedhuun mari’atamaa jira
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii paanaalii mata duree “Ityoophiyaan haa dubbistuu, haa dubbifnu, haa dagaagnu” jedhuun mana kitaabaa Abrihot keessatti gaggeeffamaa jira.
Marii kana irratti qondaaltonni olaanoo mootummaa, hayyoonni, barreessitoonni fi aartistoonni argamaniiru.
Addisuu Muluneetu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.