Masqalli nageenya kan itti buusnudha-Abuna Maatiyaas
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas hordooftoota amantaa kiristaanaatiin baga ayyaana damaraatin isiin ga’e jedhaniiru.
Ayyaanni masqaalaa gaarummaa, nageenyaa fi yeroo lubbuun namootaa fayyina itti argatee yaadachuuni ni kabajna jedhaniiru.
Goftaa Yeesuus Koristoos namoota cubbuurra fayyisuuf lubbuu isaa qaalii fannoorratti dabarsee laateera jedhan.
Nufis Masqalli hikkaa guddaa qaba jedhaniiru.
Kanaaf hordooftoonni amantichaa nageenyaa fi araaraa walii walii keenya qabnu haa cimsinuu jedhaniiru.
Fayyuus kan dandeenyuu kana hojiirra yoo olchiineedha jedhan Abuna Maatiyaas erga isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.