Masaraan biyyaalessaa haaromsame eebbifame
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Masaraan biyyaalessaa haaromsamaa ture Bakka Ministirri Muummee DFRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti eebbifameera.
Hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannolee akkasumas keessummoonni waamichi taasiifameef bakka argamanitti guyyaa kaleessaa eebbiffamuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia