Mariin tumsa diinagdee Ityoophiyaa fi Kuweet cimsuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee gita isaanii Kuweet Kaliifaa Musaaduu Hamaadaa waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin dhimmoota yaa’insa diinagdee fi daldalaa biyyoota lamaaniirratti hojjechuun dandeesisuurratti mari’achuu ragaan Ministeera Maallaqaarra argamee ni muul’dhisa.
Hariiroon Ityoophiyaa fi Kuweet diinagdeerra lammiilee Ityoophiyaa Kuweet jiraataan hojii misoomaa biyyasaaniirratti hirmaannaa taasisaa akka jiran beekameera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.