Mariin qondaaltota olaanoo Naannoo Somaalee fi Magaalaa Dirree Dhawaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)-Qopheessummaa Paartii Badhaadhinaan mata duree “Maalummaa fudhatamummaa mootummaa, daandii mirkaneessaa fi kallattiilee badhaadhinaa” jedhuun mariin qondaaltota olaanoo Naannoo Somaalee fi Magaalaa Dirree Dhawaa eegaleera.
Waltajjii marichaarratti qondaaltonni Naannichaa fi Magaalaa Dirree Dhawaa argamaniiru.
Marichis guyyoota lamaaf akka turu eerameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.