Fana: At a Speed of Life!

Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Mariin jijjiirama qabeenya qilleensaarratti xiyyeeffate Jibuutiitti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Maricharratti Ityoophiyaan bakka bu’uun jilli Ministira Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalf Anda’aalamiin durfamu hirmaachaa jiraachuu eerameera.

Walga’ichi mata duree “ Jijjiirama qabeenya qilleensaafi qorannoo akkasumas daandii dandamannaa” jedhuun gaggeeffama jiraachuu ragaan Jibuutiitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.