Fana: At a Speed of Life!

Mariin hoggantoota Sadarkaa Fedeeralaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota Sadarkaa Fedeeralaa Magaalaa Suluultatti gaggeeffamaa jira.

Koree gidduu galeesaa paartii badhadhinaa kallattii ka’een mariin haalaa yeroo irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuun ibsmeera.

Waltajjicharratti Miseensi Koree Hojii Rawwachistuu Paartii Badhaadhinaa Dooktar Alamuu Siimee, Obbo Ahimad Shiidee fi Obbo Malaakuu Allibal mariisisaa jiraachuu ragaan Paarticharra argame ni mul’isa.

Waltajichaan “Kalaquu fi Saffisuu” irratii xiyyeeffachuun milkaa’ina badhaadhinaa mirkaneessuuf hoggaansi yeroo kamuu caalaa tokkummaa keessoo isaa cimsachuun imaalli badhaadhina akka milkaa’uuf dandeettiin kan itti cimsatu ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.