Fana: At a Speed of Life!

Mariin hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa xumurame

Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Mariin hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii irratti gaggeessaa turan goolabameera.

Waltajjichaan ciminoota argaman daran cimsuufi hanqinoota mul’atan sirreessaa adeemuurratti hojiilee bal’aan hojjetamuu akka qaban eerameera.

Caasaalee hojiilee paartiifi mootummaa haalaan hojjechiisuu dandeessisan cimsuurratti hojiilee gurguddoon hojjetamuu akka qabu ibsameera.

Qajeeltoowwan, tarsiimoowwaniifi imaammata paartichaa haala qindaa’aa ta’een hawaasa hubachiisuun yaada ida’amuun daandii badhaadhinaa uumuun gojii manee guddaa ta’uu hubachuun giddugala hirmaannaa itti aanu ta’uu akka qabu waliigalteerra gahamuu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.