Fana: At a Speed of Life!

Mariin hoggantoota olaanoo naannolee garaagaraatti gaggeeffamaa ture xumurame

Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Mariin hoggantoota olaanoo naannolee Sidaamaa, Gaambeellaa, Hararii fi Beenishaanguul Gumuzitti gaggeeffamaa ture xumurameera.

Marichi murtoowwan Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa dabarse, dhimmoota Waqtaawaa biyyaalessaa fi naannorratti xiyyeeffachuun gaggeeffamuu eerameera.

Hoggansi Milkaa’ina argamee fi injifannoowwan itichuurra darbee qormaatilee fi haala Waqtaawaa mudatu hubachuun sirnaan qolachuu akka qabu waltajjichaan ka’eera.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.