Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan geggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan Mata-duree “Birmadummaa Ityoophiyaa Tiksuu fi ga’ee Oromoo “jedhurratti mari’atamuuf qophaa’e eegalee jira.
Marii kanarrtti hayyoonni seenaa, akkasumas gameessota kallattii garagaraarraa dhufan kan ni hirmaatu jedhameera.
Shoora uummanni Oromoo durii kaasee birmadummaa Ityoophiyaa eegsisuuf taphachaa turee fi har’as itti jirurratti gadi fageenyaa fi bal’inaan ibsi ni taasiifama jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Waajjira Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.