Mariin dandeettii raawwii Gamtaa Afrikaa cimsuurratti xiyyeeffate taa’ame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Koree Ergamtoota Dhaabbii Gamtichaa waliin mari’ataniiru.
Dandeettii raawwii Gamtaa Afrikaa cimsuurratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru.
Dandeettii raawwii Gamtaa Afrikaa guddisuuf tumsaa cimsuu fi adeemsa hojmaataa fooyyessuurratti mari’achuu ragaan gamticharraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ityoophiyaa