Maree Biyyaalessaa milkeessuuf ga’een dargaggootaa olaanaadha – Koree Hojii Raawwachiiftuu Liigii Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Koreen Hojii Raawwachiiftuu Liigii Paartii Badhaadhinaa gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanirratti magaalaa Adaamaatti mari’ataa jira.
Kaka’umsi dargaggoonni duula Birmadummaa biyyaarratti agarsiisan jaalalaa fi kabaja biyyaaf qaban kan muul’isu ta’uu Preezdaantiin Liigichaa obbo Asfaaw Taklee ibsaniiru.
Ijaarsa biyyaa fi Maree Biyyaalessaa milkeessuuf ga’een dargaggootaa olaanaa ta’uu kaasaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.