Fana: At a Speed of Life!

Maqaan Miseensota koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii jalqabaa gaggeesseen maqaa miseensota koree hojii raawwachiiftuu ta’uun filatamanii ifoomseera.

Haaluma kanaan:-
1. Dooktar Abiy Ahimad
2. Obbo Adam Faaraahii
3. Obbo Dammaqaa Makonniin
4. Obbo Dassitaa Leeddaamoo
5. Dooktar Fitsum Asaffaa
6. Obbo Abrahaam Maarshaalloo
7. Obbo Ashaadilii Hasan
8. Obbo Geetahuun Abdiisaa
9. Obbo Umuud Ujuluu
10. Obbo Tankaay Jook
11. Obbo Oordiin Badirii
12. Obbo Ariif Mahaammad
13.Dooktar Abrahaam Balaay
14. Dooktat Liyaa Taaddasaa
15. Hajii Awwal Aarbaa
16. Hajiliisee Adam
17. Obbo Eellemaa Abbubakar
18. Aadde Haliimaa Hasan
19. ObboMusxafee Mahaammad
20. Obbo Ahimad Shiidee
21. Dooktar Nagaash Waageeshoo
22. Obbo Tsaggaayyee Maammoo
23. Aadde Mufariyaat Kamiil
24. ObboTasfaayee Baljigee
25. Obbo Ristuu Yirdaaw
26. Obbo Tasfaayee Yigazuu
27. Obbo Mogas Baalchaa
28. Obbo Xilahuun Kabbadaa
29. Obbo Mallasaa Alamuu
30. Obbo Shimallis Abdiisaa
31. Obbo Fiqaaduu Tasammaa
32. Dooktar Alamuu Simee
33. Aadde Caaltuu Saanii
34. Obbo Awwaluu Abdii
35. Obbo Saadaat Nashaa
36. Aadde Adaanach Abeebee
37. Dooktar Iyyoob Takkaalliny
38. Dooktar Biqilaa Hurrisaa
39. Dooktar Yiliqaal Kaffalaa
40. Aadde Daagimaawiit Mogas
41. Obbo Tamasgeen Xirunahi
42. Obbo Malaakuu Allebal
43. Aadde Ayinaalem Nigusee
44. Dooktar Sammaa Xirunahi
45. Obbo Girmaa Yeshiixilaa koree hojii raawwachiiftuu taasiiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.