Manni Murtii Keeniyaa himannaa Raayilaa Oodiingaa kufaa taasiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Keeniyaa himannaa Raayilaa Oodiingaan bu’aa filannoon walqabatee dhiyeessan kufa taasiiseera.
Manni Murtichaa himata Raayilaa Oodiingaan, bu’aan filannichaa waliin dhahameera jechuun dhiyeessan kufaa taasisuun, filannichi waliin dhahamuu ragaan agarsiisu hin argamne jedheera.
Bu’uura kanaan Manni Murtii Olaanaa Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon filannoo pirezedaantummaa mo’achuu raggaasiseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.