Fana: At a Speed of Life!

Manni murtichaa namoota dhuunfaa yakka biyya ganuu raawwatan 48 irratti murtoo adabbii dabarse

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaatti manni murtii waraanaa miseensota ajejichaa yakka biyya ganuun himataman 48 irratti adabbii cimaa waggaa 2 fi baatii 9 hanga waggaa 18 itti murteesseera.

Manni murtichaa Dhaddacha har’a ooleen namoota dhuunfaa galmeewwan 47 jalatti himatamanirratti adabbii hidhaa cimaa murteesseera.
Haaluma kanaan:-
1.Giday Gabra Yohaannii adabbii cimaa Waggaa 18 fi baatii 3

2.Shuumiyyee Waldabirihaan adabbii cimaa Waggaa 17

3.Gabra Kinaan Waldamaariyaam adabbii cimaa waggaa 18

4.Habtuu Abarraa Giday adabbii cimaa waggaa 17

5.Wandim Gabrawaahid adabbii cimaa waggaa 18 fi baatii 3

6.Kaasuu Birihaane Tawaldee adabbii cimaa waggaa 18

7.Shumandii Tirfee adabbii cimaa waggaa 18

8.Gabrasaamu’eel Walaay adabbii cimaa waggaa 14

9.Adam Yaadataa adabbii cimaa waggaa 6

10.Kiiniisoo Makonniin adabbii cimaa waggaa 5

11.Laa’iikaa Kiflee adabbii cimaa waggaa 13

12.Birihaane Walaay adabbii cimaa waggaa 10

13. Waldaay Birihaanee adabbii cimaa waggaa 5 fi baatii 5
14.Haduush Gabramadihiin adabbii cimaa waggaa 13 fi baatii 2

15.Birihaanee Gabrawaldi adabbii cimaa waggaa 17 yoo itti murteessu kanneen hafaniis akkaatuma badii isaaniin murtiin itti laatameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.