Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa argame raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee Labsii Waliigaltee Deeggarsa Maallaqaa Waldaa Misoomaa Idil Addunyaarraa argame raggaasiseera.

Manni Marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa waggaa 3ffaa har’a gaggeesseen liqii Waldaa Misoomaa Idil Addunyarraa argame Doolaara miiliyoona 500 hojiilee rifoormii mootummaan eegalee itti fufsisuu fi baajataa mootummaa bara 2017 deeggaruuf kan oolu ta’uun ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.