Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa walga’ii idilee 7ffaa gaaggessaa jira

Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’ichaan mudama miseensoota Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa qoratee ni raggaasisaan eegama.

Akkasumas rammaddii koree dhaabbbii haara dhiyaate irratti mari’achuun kan raggasisu ta’uu ragaan mana maricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.