Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa muudamoota garaagaraa raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudamoota garaagaraa raggaasiseera.

Haaluma kanaan:-

1. Obbo Yaabibaal Addis – Hogganaa Biiroo Geejjibaa

2. Aadde Qiddisti Waldagiyoorgis – Hoggantuu Biiroo Misooma Manneenii,

3. Aadde Yimanyushaal Taaddasaa – Hoggantuu Biiroo Magariisummaa fi miidhagina magaalaa,

4.Obbo Maashoo Olaanaa – Mana marichaatti waamamaa olaanaa Mootummaa,

5.Aadde Andinnat Bizunaa fi Obbo Qusee Lataa Waaqjiraa –Itti Aantoota Ooditaroota olaanaa ta’uun mudamaniiru.

Manni maree magaalichaaf muudama dhiyaate sagalee guutuun raggaasiseera.

Masaafinti Iyyaayyuutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.