Manni Marichaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6.7 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6.7tti tilmaamamu taasiseera.
Akka gabaasa OBNtti Manni Maricha Masgiida godinaalee fi magaalota Oromiyaa irraa deeggersa walitti qabuun hawaasa godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggersa midhaan nyaataa fi margaa loonii Birrii miiliyoona 6.7 bituun deeggersa laateera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.