Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa har’a Walga’ii idilee ni gaggeessa

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a Walga’ii Idilee 1ffaa bara hojii 2ffaa ni gaggeessa.

Manni marichaa walga’ii kanaan walga’ii waloo manneen maree lameenii Fulbaana 30, 2015 gaggeeffameerratti mooshinii haasawa baniinsaa Pireezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen taasiisan ni dhaggeeffata jedhame.

Labsiiwwan garaagaraa qorachuun koree dhaabbii dhimmichi ilaallatuuf ni qajeelchaan kan eegamu ta’uu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.